Ispoortii Ityoophiyaa 0 – 1 Taanzaaniyaa Sifen Megersa Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaan injifatame. Tapha har'a Zaanzibaaritti…
Oduu biyya keessaa Sirni eebba Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Haaromsi taasifamaafi kan turee sirni eebbaa Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira. Seenaa qabeessaa fi bifa magaalichaa kan ta’ee…
Oduu biyya keessaa ABUT weerara damee indaastiriwwan irratti raawwateen qabeenyi Birrii biiliyoona 3.1 olitti… Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessa ABUT weerara damee indaastiriwwan olaanoo fi gidduugaleessa qofa irratti raawwateen qabeenya Birrii biiliyoona 3.1 olitti tilamamamuu…
Oduu biyya keessaa Sudaan waliin walitti dhufeenyaan hojjechuu akka qabnu waliigalteerraa geenyee-Dooktar Abrahaam… Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Sudaan waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti walitti dhufeenyaan hojjechuu akka qabnu waliigalteerra geenyeerra jechuun Ministirri Ministeera Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee qaamolee fiigichi guddicha nagaan akka xuramuuf gumaachan galateeffatan Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qaamolee fiigichi guddichii Ityoophiyaa 13ffaan guyyaa har’a magalichatti gaggeeffamee nagaan akka…
Oduu biyya keessaa Humni nagaa kabachiisa Abiyee ergamaasa ga’umsaan ba’aachaa jiraachuu ibsame Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Humni Nagaa Kabachiisa Ityoophiyaa, Sudaan Abiyeetti argamu Ergama Nageenya eegsisuu itti kenname qophaa’ummaa loltummaa amansiisa ta’een itti fufsiisa…
Oduu biyya keessaa Feestivaalli aadaa 13ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Feestivaalli aadaa 13ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Feestivaalicharratti namoonni kumni 300 ol irratti hirmaatuun eegama.…
Ispoortii Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera. Qaamoleen Ityoophiyaan nagaa miti jechuun olola oofan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Fiigicha guddaarra jirti – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 21ffaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru Fiigichi guddaan kun Ityoophiyaaf…
Oduu biyya keessaa Ergaa bulchiinsa magaalaa Finfinneerraa darbe Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee ibsa kenneera. Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiittis ta'ee magaalaa Finfinneetti…