Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Labsii Baankii Biyyaalessaa raggaasise Tsehay Guluma Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa qorachuun raggaasiseera. Manni Marichaa walga’ii Idilee 1ffaa har’a gaggeesseen…
Oduu biyya keessaa Afaaritti faayidaa Temiiriirraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Dec 17, 2024 0 Finfinnee, Muddee 8, 2017 (FBC)-Naannoo Afaaritti oomishtummaa Temiirii babal’isuun faayidaa damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boru Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni raggaasisa Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga'ii idilee 11ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa boru gaggeessuun Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finifinnee galan Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Afrikaa Bahaa Taanzaaniyaa Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit Finfinnee galaniiru. Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Shandoong Juunjii Soongii waliin… Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Bulchiinsa Shandong Junjii Soongiifi Bakka Bu'oota…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin ‘Ye Addaam’ ifoome Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Ministira Muummee Itti Aanaa fi Ministira Dhimma Alaa duraanii FDRI Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin 'Ye Addaam' ifoomeera. Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan Shororkeessummaa dabalatee Yakkoota biroo waliin ittisuuf waliigalan Tsehay Guluma Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan Shororkeessummaa,daddabarsa namootaa seeraan alaa fi Yakkoota daangaa ce’oo waloon ittisuuf waliigalaniiru. Waliigalticha…
Idil Addunyaa Biyyoonni Lixaa Raashiyaan tarkaanfii haloo bahuu cimaa akka fudhattu dhiibaa jiru – Pireezidaanti… Sifen Megersa Dec 16, 2024 0 Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Tumsi Ameerikaa fi biyyoonni Lixaa Yuukreeniif taasiisan Raashiyaan tarkaanfii haloo bahuu cimaa akka fudhattu dhiibaa jiraachuu Pireezidaantiin Raashiyaa…
Ispoortii Atileet Suutumee Asaffaa Kolkaataatti dorgommii fiigicha kiloo meetiraa 25 injifatte Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Atileet Suutumee Asaffaa Hindi Kolkaataatti dorgommii fiigicha kiiloo meetira 25 gaggeeffame injifatteetti. Atileet Suutumeen dorgommicha sa’aatii 1 fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 16, 2024 0 Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma alaa Ajeelriyaa Ahimad Attaaf waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin dhimmoota gamlamee…