Raayyaan Ittisa Biyyaa biyya diigamuurraa baraareera- Leetenaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa wareegama kaffaleen uummata balaarraa biyya ammoo diigamuurraa baraareera jedhan ajajaa olaanaan ajaja Bahaa Leetenaal Jeneraal…