Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin aartii Biirshalaqootti loltoota jajjabeessan Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ogeeyyiin aartii Finfinnee manneen Tiyaatiraa 4 irraa walitti babba’aan giddugala leenjii loltoota bu’uuraa Birshalaqootti argamuun loltoota jajjabeessaa…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT garee kallattii sadiin hiriirsee guutuumma guutuutti… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Humni garichaa Jeneraal Migbaayiin durfamu Armii 1ffaa jedhamu guutuumma guutuutti barbadaa’uu Letanaal Jeneraal Baacaa Dabaleen ibsaniiru. L/J Baacaa…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa weellisaa buleessi Alamaayyoo Isheetee Kibtaxa ni raawwata Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa weellisaa buleessi Alamaayyoo Isheetee Kibtaxa Qaammee 2, 2013 kan raawwatuu ta’uu koreen sirna awwaalchaa beeksiseera. Sirni…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa barattootaa barsiisaa turan eebbisiisaan Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa barattootaa muummee adda addaatin barsiisaa turan eebbisiisaaniiru. Yuunvarsiitiin Walqixxee barattoota muummee addaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala ooluu ibsameera. Rasaasoonni kumni 3 fi 52 Finfinnee irra gara…
Oduu biyya keessaa Wajjiirri Muummee Ministiraa fi dhaabbileen itti waamamoon lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Wajjiirri Muummee Ministiraa fi dhaabbileen itti waamamoon lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT lolaa baneen buqqa’aaniif deeggarsa taasisaaniiru.…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT Dabra Zabiixitti barbadeeffame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Gaayint kan turee gareen shororkeessaa ABUT haala olaanaa barbadeeffamuu Izii Kaabaa Lixaa beeksiseera. Hogganaan Izii Kaabaa Lixaa…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Yuu Essi kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 250 eebbisiise Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Yuu Essi kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 250 muummee barnoota garagaraatiin barsiisaa ture eebbisiiseera. Koolleejjichi erga…
Ispoortii Gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan simannaan taasifameef Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Taphaa Paaraa Olompikii Tookiyoo 2020 irratti hirmaataa kan turaan gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa qophaa’eera Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa kuntaalli kumni dhibbi 2 fi kumni 50 qophaa’uu itti aantiin kantiibaa…