Godina Baaleetti meeshaaleen kontirobaandii to’anna jala oolan
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)-Godina Baalee Magaalaa Goobbaatti meeshaalee elektirooniksii dabalatee meeshaaleen daldaala seeraan alaa gosa addaa socho'aa turan sakatta'iinsa tasaatiin…