Oduu biyya keessaa Jilli miseensoota Paarlaamaa Keeniyaa Jigjigaa gale Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Jilli miseensoota Paarlaamaa Keeniyaa Proofeesar Mahaammud Mahaammuudiin durfamu Magaalaa Jigjigaa galeera. Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Jigjigaa…
Oduu biyya keessaa Biyya keenyaa haleellaa garee shororkeessaa ABUT irraa ittisuuf qophiidha – Leenjitoota… Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Biyya keenyaa haleellaa garee shororkeessaa ABUT irraa ittisuuf yeroo kamiiyyuu qophii ta'uu Leenjitoonni loltummaa Giddugala Leenjii Bulbulaatti argaman…
Oduu biyya keessaa Magaaloota garaagaraatti fiigichi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Magaaloota garaagaraatti fiigichi daandirraa deeggarsa Raayyaa Ittisaa muul'isu gaggeeffameera. Magaalaa Finfinnee, Gaambeellaa, Asoosaa, Walqixxee,…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni aanaa Gololchaa hiriira balaaleffannaa shororkeessaa ABO Shanee gaggeessan Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa aanaa Gololchaa hiriira balaaleffannaa shororkeessaa ABO Shanee gaggeessaniiru. Jiraattoonni magaalaa Jaarraa fi…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dhaabaan durfamu Godina Harargee Bahaatti hojii misoomaa daawwate Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumaamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Godina Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa daawwate. Jilli kun…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Galamsootti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABO Shanee gaggeeffame Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Hiriirri balaaleeffannaa garee shororkeessaa Shanee Godina Harargee Lixaa magaalaa Galamsootti gaggeefameera. Shaneen diina Uummata Oromooti ,Maqaa…
Oduu biyya keessaa Balaa Konkolaataa magaalaa Shaashamanneetti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Balaa Konkolaataa halkan edaa naannoo sa'aatii 5:00 magaalaa Shaashamanneetti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera. Konkolaattoonni fe'umsaa 2…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT deeggarsa namoomaa hawaasa idil addunyaan dhiyaatu kaayyoo biroof oolchaa… Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT deeggarsa namoomaa hawaasa idil addunyaan lammiikeef dhiyaatu kaayyoo biroof oolchaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaan har’a ni xumurama Sifen Megersa Aug 22, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jiru har'a ni xumurama. Fiigicha xumuraa har'a…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Ministeerichii fi waamamtoonni isaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 41 taasiisaniiru. Hojjettoonni…