Oduu biyya keessaa Rasaasonni garaagaraa ABO shaneef ergamuuf ture to’atame Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Rasaasonni garaagaraa ABO shaneef ergamuuf ture kumni 2 fi 900 to’atamuu ibsameera. Raasaasni kumni 2 fi 900 Konkolaataa Simmintoo fe’ee Dabra…
Biiznasii Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 7 fi 574 irratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa… Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 7 fi 574 irratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa fudhatamuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa ABUT Naannoo Afaar aanaa Raahileetti irra deebiin lammiilee nagaarratti haleellaa raawwate jedhame Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) –Gareen shororkeessaa ABUT Naannoo Afaar karaa Kiilbaatii Raasuun loo’ee seenuun aanaa Raahileetti irra deebiib lammiilee nagaarratti haleellaa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dhaabaan durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii Bordoddeetti hojii… Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii…
Fayyaa Maashinni qorannoo samuudaa dhiigaa fi akaakuu dhiigaa adda baasu eebbifame Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Maashinni Ammayyaa qorannoo samuudaa dhiigaa fi akaakuu dhiigaa adda baasu eebbifammeera. Maashinni kun bakka Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Hiriirri balaaleffannaa garee Shororkeessaa ABO Shanee Godina Booranaa aanaa Dirreetti gaggeeffame Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Dirreetti hiriirri Balaaleffanaa ABO Shanee fi deeggarsa Rayyaa Ittisa Biyyaa gaggeeffame. Shaneen diina Uummataa…
Oduu biyya keessaa Hiriirri balaaleffannaa garee Shororkeessaa ABO Shanee sadarkaa Godina Arsii Lixaatti gaggeeffame Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) –Hawaasni aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsota magaalaa 2 irraa walitti babba’an Istaadiyeemii magaakaa Nageellee Arsiitti argamuun hiriira…
Oduu biyya keessaa Ministeerichii fi waamamtoonni isaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Godina Arsii aanaalee Zuwaay Dugdaa fi Heexosaa walquunnamsiisu ciccituun rakkachaa… Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC)- Daandiin Godina Arsii aanaalee Zuwaay Dugdaa fi Heexosaa walquunnamsiisu ciccituun rakkachaa jiraachuu jiraattoonni aanaalee kanneenii…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Magaalaa Miillee ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT namoota nagaa irratti raawwate… Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC)- Naannoo Afaaritti jiraattonni Magaalaa Miillee ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT lammiilee nagaa irratti raawwate balaaleeffachuuf hiriira…