Hoggantoota dubartoota giddugaleessaaf kan qophaa’ee leenjiin hoggantumma preezdaantii laatamu…
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Hoggantoota dubartoota giddugaleessaaf kan qophaa’ee leenjiin hoggantumma preezdaantii akkadaamii giddugalaa hoggansa Afrikaatti laatamu eegaleera.…