Oduu biyya keessaa Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan kabajamuu eegale Sifen Megersa Mar 2, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamuu eegaleera. Guyyichi mata duree 'Adwaa Injifannoo…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi Itiyoophiyaaf carraawwan haaraa kan uumuu fi madda qabeenyaa kan ta’uudha –… Sifen Megersa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Giddugalli Konveenshinii Idil Addunyaa Addis Itiyoophiyaaf carraawwan haaraa kan uumuu fi madda qabeenyaa kan ta'uudha jedhan Kantibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis eebbisiisan Sifen Megersa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis eebbisiisaniiru. Giddugalli Konveenshinii Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa129ffaan boru kabajama Sifen Megersa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) –Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa129ffaan boru naannolee hundaa fi Bulchiinsa magaalotaatti sagantaalee garaagaraan kabajama. Guyyichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa Faajjii gurraachotaa walqixxummaa namoomaa dhugoomsedha- Pir. Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa Faajjii gurraachotaa walqixxummaa namoomaa dhugoomsedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Yaadannoo injifannoo Adwaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Yaadannoo injifannoo Adwaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Tajaajilichi ergaa isaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamsgeen Xurunaan Yaadannoo injifannoo Adwaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamsgeen Xurunaan Yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Jala…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Biiznasii Itiyoophiyaatti daddabarsi maallaqaa karaa dijitaalawaa Birrii tiriiliyoona 9.7 qaqqabuun ibsame Debela Tadesse Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaatti waggoota afuriin dura daddabarsi maallaqaa karaa dijitaalawaa Birrii biiliyoona 50 gadi ture yeroo ammaa Birrii tiriiliyoona 9.7…
Oduu biyya keessaa Sanadni waliigaltee nageenyaafi tasgabbii uummataa mirkaneessuu dandeessisu ragga’e Ayana Dheressa Mar 1, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Yaa’ii Komishinaroota Poolisii Itiyoophiyaa 19ffaan Sanadni waliigaltee biyya waloon cimsuu fi nageenyaafi tasgabbii uummataa mirkaneessuu dandeessisu…