Hojjattoonni Ministeerichaa Oomisha qonnaan bultoota adda waraanaa jiranii walitti qaban
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) –Hojjattoonni Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi itti waamamtoonni isaa oomisha maatii qonnaan bultoota adda waraanaa duulaanii walitti qaban.…