Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifame Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Sirna beekkamtii kennuu fi gammagama raawwii hojii mootummaa aanaalee godinaa Jimma guyyaa gaggeffamerraatti harka qalleeyyiif deeggarsi tasiffamerra.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa gabaa seeraan alaarratti gurguramuuf turan to’ataman Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Rasaasnii fi shugguxiiwwan seeran alaa gabaarratti gurguramuuf turan to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise. Eeruu ummata bu’ura…
Oduu biyya keessaa Mannneen Barnootaa sadarkaa 2ffaatti sagantaa nyaata barattootaa eegalchiisuuf qorannoon gaggeeffama… Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Mannneen Barnootaa sadarkaa 2ffaa keessaatti sagantaa nyaata barattootaa eegalchiisuuf qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii fi Dhaabbileen waamamtootaa mindaa ji’aa 1… Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) - Hojjettoonni fi hoggantoonni Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii, Komishinii Misooma Jallisii fi Komishinii Misooma Bishaanii mindaa ji’aa 1 Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa Sangoota 90 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) - Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa magaalaa Gindhiir Sangoota 90 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru. Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti hirirri…
Biiznasii Komishinichi Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 12 ol walitti qabuu beeksiise Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Komishiniin Gumurukaa bara baajataa xumurame Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 12 fi miiliyoona dhibba 5 walitti qabuu beeksiiseera. Komishinichi…
Oduu biyya keessaa Hariiroon cimaa seenaa fi amantaa Ityoophiyaa fi Isiraa’eel gidduu ture walitti dhufeenya daldalaa… Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Hariiroon cimaa seenaa fi amantaa Ityoophiyaa fi Isiraa’eel gidduu ture walitti dhufeenya daldalaavfi invastimantii biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf…
Oduu biyya keessaa Namoota qabeenya isaanii galmeessisan keessaa % 47 ragaa dogongoraa kan galmeessisiisan ta’uu ibsame Sifen Megersa Aug 9, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Bara 2013 namoonni qabeenya isaanii galmeessiisan ragaan laatan dhugaa ta’uu hojii mirkaneessuu hojjetameen % 47 ragaa dogongoraa kan galmeessiisan ta’uu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jigjiigaa barattoota kuma 2 fi 600 ebbise Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Jigjiigaa Damee barnootaa garaagaraatiin barattoota kuma 2 fi 600 barsiisaa ture ebbise. Saganticha irratti…
Oduu biyya keessaa Daa’iimman kuma 10 fayyadamaa kan taasisu Imalli gaaruummaa jalqabame Obse Wakgari Aug 8, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Daa'iimman kuma 10 fayyadamaa kan taasisu "Harkii gaariin ijoollee Itoophiyaaf" imalli gaaruummaa jalqabame. Sagantichi…