Oromiyaatti misooma jallisii waliigala marsaa 1ffaan lafti heektarri kuma 500tti siquu qotame
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti misooma jallisii waliigala marsaa 1ffaan lafti heektara kuma 500tti siiqu qotameera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa guddina misoomaa…