Dhaabbatichi qaamolee qooda fudhattootarraa kan walitti qabe deeggarsa Birrii miiliyoona 3 raayyaa…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa qaamolee isaa waliin hojjetan irraa kan walitti qabe deeggarsa Birrii miiliyoona 3 Ministeera raayyaa ittisa biyyaaf…