Oduu biyya keessaa Magaala Cichoomtuu onnee Afrikaa; Finfinnee Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Daayrekarri Olaanaan Mana Barumsa Biyyaalessa Afrikaa Kibbaa Buusaanii Nigkaaweeniin waa'ee magaalaa Guddaa Afrikaa Finfinnee Deeyilii Maaviikiin…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa kan deeggartu ta’uu ibsite Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Ameerikaan waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan taasisan kan deeggartu ta'uu ibsite. Waliigaltee biyyoonni lamaan guyyaa kaleessaa fayyadamummaa waloo…
Oduu biyya keessaa Carraafi abdii, komiifi gaaffii ummata gidduutti argamu dhageenyee argineerra – Pir.Shimallis… Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Gandoota Godina Baalee keessa naanna'uun daawwannaa gaggeessineen Carraafi abdii, komiifi gaaffii ummata gidduutti argamu dhageenyee argineerra jedhan…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaa Tiraafikaa hir’isuu ibsame Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaan Tiraafikaa akka hir'atu taasisuu Abbaan Taayitaa Manaajimantii Tiraafikaa magaalichaa beeksiseera…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii saffisaan eegaluuf haalota… Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Chey Hayi fi gaggeessitoota Garee CGCOC waliin Hidha Bishaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Abbichuu fi Nya’aatti facaasaa Qamadii Jallisii bonee eegalchiisan Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Pireezadaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Abbichuu fi Nya'aatti facaasaa Qamadii Jallisii bonee…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni akkaawuntii Diinagdee naannolee Itiyoophiyaa ifoome Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa Qajeelfama akkaawuntii Diinagdee naannolee Itiyoophiyaa ifoomse. Qajeelfamni kun bakka Hoggantoonni Biiroolee Pilaanii fi…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Ankaaraa walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha-Pireezidaanti Taayyee Debela Tadesse Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti Ankaaraatti taasifame walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dambacaatti adeemsi baruu fi barsiisuu sababa nageenyaan adda citee ture eegalame Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Lixaa magaalaa Dambacaatti adeemsi baruu fi barsiisuu sababa rakkoo nageenyaan adda citee ture eegalamuu ibsame. Adeemsi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaa Amanteen Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Kaamaashitti hojiilee misoomaa maaddii guutuu daawwataniiru. Aanaa…