Sa’aatii 48 keessatti Doolaarri kumni 70 Hidha Haaromsaaf walitti qabame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Karaa Marsariitaa haaraa Hidha Haaromsaaf galii walitti qabuuf banameen Sa’aatii 48 keessatti Doolaarri kumni 70 fi 380 walitti qabamuu ibsameera.…