Viidiyoowwan Vaayrasii koroonaarratti ibsa MM Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari Mar 16, 2020 0 https://www.facebook.com/fanabroadcasting/videos/2404807413142771/?t=11
Idil Addunyaa Biyyoonni Awrooppaa guyyaa tokkotti lakkoofsa du’aa olaanaa galmeessisan Obse Wakgari Mar 16, 2020 0 Finfinee, Bitootessa 7, 2102 FBC) - Biyyoonni Awroopaa guyyaa tokkotti lakkoofsa du’aa olaanaa galmeessisan. Biyyoonni Awrooppaa hanga har’aatti guyyaatti ammeentaa du’aa kanaan dura…
Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa fi walga’iiwwan adda addaa har’aa eegalee guyyoota 15 itti aananiif kan cufaman… Wabi Fufa Mar 16, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Sababa Vaayrasii koroonaatin manneen barnootaa, sosochiiwwan ispoortii fi walga’iiwwan adda addaa har’aa eegalee guyyoota 15 itti aananiif kan cufaman…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti afaanonni 28 miidhaa baduuf saaxilamaniiru Wabi Fufa Mar 16, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti afaanonni 28 miidhaa baduuf saaxilamaniiru. Guyyaa har’aa waltajjiin marii imaammata afaanii Waajjira Muummee Ministiraatti…
Oduu biyya keessaa Abuna Maatiyaas vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni qajeelfama kennamu hojiirra olchuu qaba jedhan Obse Wakgari Mar 16, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni qajeelfama kennamu hojiirra olchuu qaba jedhan.…
Oduu biyya keessaa Maqeedooniyaan walakkaa guyyaatti Birrii miiliyoona 80 ol galii walitti qabe Sifen Megersa Mar 16, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Maqeedooniyaan walakkaa guyyaatti Birrii miiliyoona 80 ol galii walitti qabuu beeksise. Nama gargaaruuf nama ta’uun…
Idil Addunyaa Poolisiin Keeniyaa waa’ee vaayrasi Koroonaa nama odeeffannoo sobaa maxxanse to’ate Wabi Fufa Mar 16, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) - Poolisiin Keeniyaa waa’ee vaayrasi Koroonaa nama odeeffannoo sobaa maxxanse to’ate. Namni maqaansaa Elaayijaa Mutuuyii Kitoonyoo jedhamu kun,…
Oduu biyya keessaa Biiroon Fayyaa Oromiyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise Wabi Fufa Mar 16, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Biirichi qaamolee miidiyaa naannoo Oromiyaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Ka’umsi keenya misooma galmi keenya Badhaadhina – MM Dr. Abiy Ahimad Wabi Fufa Mar 16, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa deeggarsa argateef galata galche. Sagantaa galii walitti qabuu paartiin Badhaadhina galma barkumeetti gaggeesse kanaarratti…
Idil Addunyaa Keeniyaan dhaabbileen barnootaa hojii akka dhaaban ajeja dabarsite Sifen Megersa Mar 15, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Keeniyaatti namoonni lama dabalataan vaayrasii koroonaan qabamuu preezdaantiin biyyattii ifoomsaniiru. Sababa kanaan Preezdaantiin…