Taanzaaniyaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu sadarkaa olaanaatti guddisuu ni feeti
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)-Mootummaan Taanzaaniyaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu sadarkaa olaanaatti ceesisuu fi tumsa damee geejjiba qilleensa guddisuuf fedhi akka qabu…