Gamtaa Afrikaa dabalatee biyyoonni biroo ibsa dhuukaasa dhaabuu Ityoophiyaa kan deeggaran ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Gamtaan Afrkaa, Chaayinaa fi Imreetoonni Araba Gamtoomanii ibsa Mootummaa Ityoophiyaa dhuukaasa dhaabuu kan deeggaran ta’uu beeksisaniiru.…