Kutaa Magaalaa Qirqoositti boombiin festaalaan haguugamee gatamee ture argame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qirqoos aanaa 11 Mana Barumsaa Shimalliis Habtee iddoo jedhamuutti boombiin festaalaan haguugamee gatamee ture argamu…