Idil Addunyaa Doonaald Tiraampi fi Zeleniiskiin waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskii waliin Xaaliyaanii magaalaa Roomitti mari’atan. Hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituu eebbisiisan Ayana Dheressa Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituu eebbisiisan. Giddugalichi qindeessummaa artist Alamtsahaay…
Oduu biyya keessaa Paartichi Walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumure Ayana Dheressa Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) –Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa ture xumureera. Korichi walga'icha xumuruu ilaalchisee ibsa…
Idil Addunyaa Sirni Awwaalchaa Poop Firaansiis gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Sirni Awwaalchaa Hangafa Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa poop Firaansiis gaggeeffamaa jira. Sirna Awwaalchaa Vaatikaan…
Ispoortii Piriimeer liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Taphoota piriimeer liigii Ingilaandi torbee 34ffaan har'a taphoonni murteessoon ni taphatamu. Hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa argachuuf…
Fayyaa Guyyaan Dhibee Busaa Jimmaatti kabajame Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Guyyaan dhibee Busaa addunyaa yeroo 18ffaaf magaalaa Jimmaatti kabajameera. Guyyichi mata duree "kalaqa haarawaa fi leecalloo walitti qindeessuun kutannoo…
Oduu biyya keessaa Raayyaan biyyaaleessaa kaayyoo isaa hubate ijaarameera-Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Raayyaan biyyaaleessaa gama hundaan of gahoomsee fi kaayyoo isaa sirnaan hubate ijaaramuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi…
Oduu biyya keessaa Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa-Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwate Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Afrikaarraa jalqaba kan ta’ee Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa- Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera. Garichi leenjii waloo magaalaa…
Oduu biyya keessaa Opireeshinii Magaalichatti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa dhufuun ibsame Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Opireeshinii qindaa’aa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa jiraachuun ibsameera. Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Galaan injifate Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00…