Miseensonni Poolisii Godina Shawaa kibba lixaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)-Miseensonni Qajeelchaa poolisii godina Shawaa Kibba Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaa ergama walabummaaf wareegama kanfalaa jiruuf dhiiga arjoomaniiru.…