Oduu biyya keessaa Sibiiloonni seeran ala kuufaaman hedduun qabaman Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Sibiiloonni seeran ala kuufaaman hedduun to’atamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise. Gareen Shororkeessaa ABUT diinagdee…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa seeraan ala socho’aa ture to’atame Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Konkolaattoonni lama meeshaaleen waraanaa seeraan alaa fe’anii socho’aa turan 2 to’atamuu Komishiniin Poolsii Naannoo Kibbaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Sa’aatii 48 keessatti Doolaarri kumni 70 Hidha Haaromsaaf walitti qabame Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Karaa Marsariitaa haaraa Hidha Haaromsaaf galii walitti qabuuf banameen Sa’aatii 48 keessatti Doolaarri kumni 70 fi 380 walitti qabamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Kutaaleen Magaalaa Araadaa fi Nifaas Silki Laaftoo Birrii miiliyoona 45 ol Raayyaa Ittisaaf… Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Kutaaleen Magaalaa Araadaa fi Nifaas Silki Laaftoo Birrii miiliyoona 45 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru. Jiraattoonni…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan taasiifame Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Dargaggoota Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif magaalaa Sandaafaa Bakkeetti gaggeessan taasiifameera. Dargaggoonni…
Oduu biyya keessaa Loltummaan miira jaalala biyyaa isa guddaadhaa – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Loltummaan miira jaalala biyyaa isa guddaa fi olaanaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dameewwan ogummaa hedduun kennaa fi…
Ispoortii Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii gita isaa Eertiriyaan injifatame Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Taphni Biyyoota Giddugaleessaa fi Baha Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a sadarkaaf Ityoophiyaa fi Eertiriyaa gidduutti taphatame olaantummaa…
Oduu biyya keessaa Balaliisaa fi Oppireetarri qajeelfama darbu kamiiyyuu miidhaa ga’uuf itti gaafatamummaa fudhata… Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Balaliisaan xiyyaaraa fi Oppireetarri qajeelfamaan ala socho’an kamiiyyuu miidhaa ga’uuf itti gaafatamummaa kan fudhatan ta’uu Qulqulleessi Ragaa Haala…
Oduu biyya keessaa Godina Goofaatti Birrii miiliyoonni 3.6 fi Galaan deeggarsa taasiifame Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Godina Goofaatti Birrii miiliyoonni 3.6 fi Galaan Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsi taasiifameera. Jiraattoonni, hojjettoonni mootummaa, abbootiin…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee hedduu keessa darbuun injifannoo gurguddoo galmeessineerra – Obbo Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 26, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Waltajjiin gamaggama raawwii hojii bara 2013 fi kallattii hojii bara 2014 naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.…