Ityoophiyaatti dhaabbileen kumni 3 fi 500 ol galma’aanii hojiirra jiru
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti dhaabbileen biyyaa alaa fi keessaa kumni 3 fi 500 ol galma’aanii hojiirra jiraachuu Ejansiin Dhaabbilee Siiviilii Hawaasa beeksiseera.…