Taphni Goobee fi Shinooyyeen akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta’uu qaba- Abbootii Gadaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Taphni Goobee fi Shinooyyee akkaataa Aadaa fi Safuu Oromoo ibsuun ta'uu qaba jedhan Abbootiin Gadaafi Haadholiin Siinqee.
Abbootiin Gadaa fi Haadhooliin…