Magaalaa Haramaayaatti proojektoonni adda addaa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Magaalaa Haramaayaatti proojektoonni adda addaa basii Birrii miiliyoona 48 oliin ijaarraman eebbifamaniiru.
Bulchiinsa Magaalaa…