Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa filannoo ifoomse Sifen Megersa Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa bu'aa filannoo marsaa 6ffaa ifoomseera. Mana Maree naannoof:- Naannoo Oromiyaatti paartiin Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Manneen waliinii barsiisootaaf kiraan dabarfamee ture gurgurtaan akka dabarfamuuf murtaa’e Sifen Megersa Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Manneen walinii Barsiisootaa fi Hoggansa Barnootaaf kiraan dabarfaman ture gurgurattaan akka dabarfamuuf kaabineen Magaalaa Finfinnee murteesse.…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfa filannichaarratti dorgomaan muuxannoosaanii hiraa jiru Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa filannichaarratti dorgomaan muuxannoosaanii hiraa jiru. Kaadhimamaan dhuunfa obbo Alaasaa Mangaashaa filannoo biyyoolessaa marsaa…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Barsiisootaa Ciroo barsiistota 140 eebbisiise Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Barnoota Barsiisootaa Ciroo barsiistota 140 eebbisiseera. Kolleejjichi dhiirota 114 fi dubartoota 26 ogummaawwan garagaraatiin leenjise…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti proojektoonni adda addaa eebbifamaan Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti proojektoonni adda addaa eebbifamaaniiru. Aanaa Doobbaatti proojektoonni 10 Birrii miiliyoona dhibba 2 fi…
Oduu biyya keessaa Godina Buunnoo Beddelleetti Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa eebbifame Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Daaboo Teemoo Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa Birrii Miiliyoona 38.6n ijaaramaa ture eebbifameera. Jilli…
Oduu biyya keessaa Sagantaan bu’aan filannoo biyyoolessaa 6ffaa beeksisuu gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Sagantaan bu’aan filannoo biyyoolessaa 6ffaa beeksisuu gaggeeffamaa jira. Saganticharratti paartiilee morkattootaa, taajjabdoonni, jaarsoliin biyyaa…
Oduu biyya keessaa Baankichi sarara diriirsa dhiyeessii humna elektirikaa Ityoo-Jibuutiif doolaraa miiliyoona 83.6… Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Baankiin Misooma Afrikaa sarara diriirsa dhiyeessii humna elektirikaa Ityoo-Jibuutiif doolaraa miiliyoona 83.6 raggaasiiseera. Baankichi daangaa…
Biiznasii Bara baajata 2013 oomishoota albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 ol argamu… Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013 oomishoota albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 81 argamu ibsameera. Bara baajata xumurameetti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan himata Mana Murtii idil addunyaatin irratti baname injifatte Obse Wakgari Jul 10, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan himata Mana Murtii idil addunyaatin irratti baname injifachuushee Ministeerri Albuudaa fi Booba’aa beeksiseera. Ityoophiyaan Mana Murtii…