Duukamitti proojektoonni adda addaa ijaarramaa turan eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Duukamitti proojektoonni adda addaa Birrii biiliyoona 1.2 ijaarramaan eebbifamaniiru.
Sirna eebbichaarratti Jilli Af-yaa'ii Caffee…