Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen daa’imman waliin biqiltuu dhaaban Obse Wakgari Jul 3, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee daa’imman waliin biqiltuu dhaabaniiru. Aadde Adaanach Abeebee fuula Feesbuukii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenyaa mootummaa naannoo Tigraayitti waliigaltee dhuukaasa dhaabuu labse raggaasise Obse Wakgari Jul 3, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Dhaabbaata Mootummoota Gamtoomaniitti Manni Maree Nageenyaa Mootummaan Ityoophiyaa waliigaltee dhukaasa dhaabuu naannoo Tigraayitti labse raggasiseera.…
Ispoortii Taphoota Waancaa Awurooppaan Ispeen walakkaa nuusa xumuraaf dabarte Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) –Taphni moo'atanii darbuu Waancaa Awurooppaa Siwiizarlaandii fi Ispeen gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ispeeniin xumurameera. Sa'aatiin idilee…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni filannoo yoo injifate paartileen morkattoota akkaataa hirmaannaa isaaniin caasaa… Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) –Paartiin Badhaadhinaa filannoo yoo injifate paartileen morkattoota akkaataa hirmaannaa isaaniin caasaa mootummaan keessatti bakka bu'iinsa kan argatan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Siwiidiin waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Siwiidiin Anii Liind waliin…
Oduu biyya keessaa Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Qulqulleessi ragaa labsii yeroo ariifachiisaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii Kabaja Ayyaana Waggaa 100ffaa Koomiiniistii Paartii Chaayinaa… Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii Kabaja Ayyaana Waggaa 100ffaa Koomiiniistii Paartii Chaayinaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa garagaraa eebbifaman Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti aanaa Oomoo Beeyemitti Proojektoonni misoomaa garagaraa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 47 oliin hojjetaman…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Gumrukaa fi Yuunvarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Komishiniin Gumrukaa fi Yuunvarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan. Komishinarri Komishinii Gumrukaa obbo…
Oduu biyya keessaa Baatii itti aanuutti haalli qilleensa jiidhinsa mudatuu qabeenya bishaanii ni dabalaa jedhameera Obse Wakgari Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Baatii itti aanuu haalli qillensaa jiidhinsa qabu mudatuun qabeenya bishaanii dabaluuf shooraa olaanaa qabachuu Eejensiin Meetrooloojii Biyyoolessaa…