Obbo Musxafeen dhaabbilee deeggartootaa naannichatti argaman waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxafee Mahaammad dhaabbilee deeggartootaa naannichatti argaman waliin mari’ataniiru.…