Oduu biyya keessaa Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa hundaa’e Obse Wakgari Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)-Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa hundaa’u Dohaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksise. Gamtaan waldichaa dhaabbata waldaa bakka bu’aa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo itti aanaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Sudaan waliin mari’atan Obse Wakgari Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)- Sudaanitti Ambaasaaddarri guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon itti aanaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Sudaan Mohaamaad Shariif Abdallaa waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti misoomawwan bu’uuraatin qonnaan bultoota naannawa magaalichaa jiraatan… Obse Wakgari Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti misoomawwan bu'uuraatin qonnaan bultoota naannawa magaalichaa jiraatan fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa jraachuu ibsame. Itti Aantuun…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan tattaaffii Ityoophiyaan nageenya naannichaa mirkaneessuuf taasiiftu kan deeggartu… Sifen Megersa Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) - Tattaaffii Ityoophiyaan nageenya naannoo ishee fi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf taasiiftu Raashiyaan kan deeggartu ta'uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godina Arsiitti qamadii jallisiin misoome daawwachaa jira Sifen Megersa Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) - Jilli preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu,Godina Arsii Aanaa Xiyootti qamadii jallisiin misoome daawwachaa jira.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Jibuutii yeroo 5ffaaf filannoo injifataniif ergaa gammachuu… Sifen Megersa Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Jibuutii yeroo 5ffaaf filannoo injifataniif Ismaa'eel Oomar Giileef ergaa gammachuu dabarsaniiru.…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,739 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila2, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,739 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 35 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Preezdaantii Jibuutiif ergaa gammachuu dabarsan Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'iil Oomaar Giileen filannoo biyya isaanii irra deebiin moo'achuu isaaniif ergaa…
Fayyaa Magaalaa Dirree Dawaatti namoota qorannoon Covid-19 taasiifameef keessaa walakkaa olirratti dhibichi… Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti guyyaa guyyaan namoota samuudaan qorannoo Covid-19 taasiifamuuf keessaa walakkaa olirratti dhibichi argamaa jiraachuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Bu’uuraalee misoomaa Elektirikiirra miidhaan birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu qaqqabe Sifen Megersa Apr 10, 2021 0 Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee iddoo addaa Impeeriiyaal jedhamuun beekkamutti sarara daddabarsa elektirikaa lafa keessa awwaallamee jiru kiiloo…