Magaalaa Oolonkomiitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuu namoota 3 darbe
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Godina Shawaa lixaa aanaa Ejersa Lafoo Magaalaa Oolankomiitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbeera.
Balichaan namoota 8 irraa miidhaan…