Ityoophiyaanoonni 300 Saa’ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 300 Saa'ud Arabiyyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Bakka bu'aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota qoonsilaa…