Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godaambaa Biilaaluul Habashii daawwatan Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godaambaa Biilaaluul Habashii daawwataniiru. Godaambaan Biilaaluul Habashiin seenaa fi Hambaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa giddugala nyaataa 3ffaa hojii eegalchiise Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee giddugala nyaataa 3ffaa ‘Tasfaa Birihaan’ kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii eegalchiiseera. Sirna hojii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Sahilawarq ergaa baga geessanii ayyaana Iid Al Faxirii dabarsan Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hawaasa Musiliimaa fi ummata Ityoophiyaa maraaf ergaa baga Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa geessanii…
Oduu biyya keessaa Komishinichi sirni salaataa Iid Al Faxirii Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xummuramuu… Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee sirni salaataa Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Al Faxirii godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti kabajame Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan godinaalee fi magaaloota Oromiyaa garaagaraa keessatti sirna hoo’aa ta’een kabajameera. Ayyaannichi…
Oduu biyya keessaa ‘Maatii, Fira, Ollaa, hiriyaa fi kan rakkate gammachiisuun kabajuun uumaarraa eebba… Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaan 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een Istadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Kabaja ayyaanichaarratti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan kabajame Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan guutuu Ityoophiyaatti kabajameera. Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan magaalaa Finfinnee fi…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 695 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 695 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 27 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach ergaa baga ayyaana Iid Al Faxirii geessanii dabarsan Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebaa hawaasa Musiliimaa fi Ummata Ityoophiyaa maraaf ergaa baga Ayyaana Iid Al Faxirii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa dhaabbilee tola ooltootaaf kennaa Ayyaana Iid Al Faxirii laate Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbata Deeggarsa Maanguddootaa Maqdooniyaa fi Tola Ooltummaa Baabuul Zhiyiriif Horii qalmaa ayyaana Iid Al Faxirii…