Idil Addunyaa Abdurazaak Gurnah Noobeelii bara 2021 badhaafamaan Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Barreessaan biyya Taanzaaniyaa Abdurazaak Gurnah damee ogbarruutiin Noobeelii bara 2021 badhaafamuu ibsameera. Gurnahaan barreeffamasaa dhiibbaa…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa maashinii gaaagura ammayyaa taasifte Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Mootummaan Kooriyaa Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa maashinii gaagura ammayyaa taasisuu ibsameera. Maashiniin kun osoo kanniisa irratti miidhaa hin…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta’iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Gamoon Waajjira Mallaqaa fi walta'iinsa diinagdee godina Harargee Bahaa Birrii miiliyoona 67 ijaarrame eebbifameera. Gamoochi bakka preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoo hojii mootummaaf muudama laatan Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Muummee Ministiraa Abiy Ahimad hoggantoota olaanoo hojii mootummaaf muudama laataniiru. 1.Obbo Tafarii Fiqiree hogganaa waajjira Muummee Ministeera fi…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ilmaa Mootii Emireetoota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayd Al Naayihaan… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Muummeen Minstiraa Ityoophiyaa Abiy Ahimad Ilmaa Mootii Emireetoota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayd Al Naayihaan waliin bilbilaan…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Abbaa Duulaa Gammadaa durfamu hojiilee misoomaa aanaa Shabee Somboo daawwate Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Jilli Walitti Qabaa Boordii Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa durfamu hojiilee misoomaa aanaa Shabee Somboo daawwateera. Aanaa Shabee…
Oduu biyya keessaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti qaamolee hojii fakkeenyummaa qabu hojjetaniif… Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti qaamolee hojii qonna waliigalaa, misooma jallisii fi sagantaa Ashaaraa Magariisaa akkasumas kunuunsa qabeenya…
Oduu biyya keessaa Daandii Baaburaa Ityoo-Jibuutiirratti rakkoon mudachuu ibsame Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Tajaajilli Geejjiba Ityoo-Jibuutii sababa rakkoowwan daandii baabuurratti mudataaniin hojiin isaa gufachuu ibseera. Tajaajila geejjiba baaburaa Ityoo-…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’e Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’eera. Yaadannoo boqachuu waggaa tokkoffaa proofeeserichaa fi hundeeffamaa faawundeeshinichaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Baabbilleetti Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Waayyuu eebbifame Obse Wakgari Oct 7, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Godina Harargee bahaa aanaa Baabbilleetti manni barumsaa Ifa Boruu Waayyuu kan baasii Miiliyoona 36 oliin ijaarame eebbifamuun tajaajilaaf qophii ta’uu…