Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota weerara vaayrasii koroonaan qabamanii dabalaa dhufuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Torbeewwan sadan darban keessa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota weerara vaayrasii koroonaan qabamanii dachaan dabalaa dhufuu Ministeerri Fayyaa…