Humni Addaa Oromiyaa gaachana ummata Oromoo fi biyya keenyaati-Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa naanno Oromiyaa Humni Addaa Oromiyaa gaachana ummata Oromoo fi biyya keenyaati jedhaniiru.
Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa…