Godina Harargee Lixaatti barattoota harka qalleeyyiif deeggarsi meeshaalee barnootaa taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti tajaajila tola ooltummaan barattoota harka qalleeyyiif deeggarsi meeshaalee barnootaa Birrii kuma dhibba 7 fi kuma 91 baasu…