Yeroo ayyaanoota hanqinni oomishaalee akka hin muudanneef kan hojjeetuu koreen…
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC)- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee ayyaanoota dhufaanitti hanqinni oomishaalee akka hin muudanneef koreen hundaa'ee hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…