Deeggarsa namoomaa gara Tigraay galu sirnaan sakatta’uuf maashinoonni dabalataa dhaabbataa jiru
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Deeggarsa namoomaa gara naannoo Tigraay galu sirnaan sakatta’uuf maashinoonni dabalataa dhaabbachaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…