Dhorkiin Viizaa Ameerikaa hariiroo biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifneedha-Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Ameerikaan Dhorkiin Viizaa hoggantoota Ityoophiyaarra keessee hariiroo baroota dheeraa biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifnee fi naannichaa…