Humnoota alaa uwwisa deeggarsa namoomaan dhimma Ityoophiyaa gidduu seenaan Chaayinaan ni mormiti…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Chaayinaan qajeelfamootaa fi haqa qabeessummaa idil addunyaa kabachiisuuf ga'ee olaanaa kan taphattu ta'uu Preezdaantiin Chaayinaa Shii Zhiinpiing…