Godina Jimmaatti abbootiin warraa kumni 400 ol miseensa inshuraansi fayyaa ta’uun isaanii ibsame
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti abbootiin warraa kumni dhibbi 4 fi kumni 45 fi 529 miseensa inshuraansi fayyaa ta’uun isaanii ibsameera.
Godinichatti hojiiwwan…