Aanaa Giraar Jaarsootti Proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) –Godina Shawaa Kaabaa aanaa Giraar Jaarsottii proojektoonni misoomaa garaagaraa baasii Birrii miiliyoona 18’n hojjetamanii xumuraman eebbifaman.…