Boordichi naannolee filannoo itti hin gaggeeffamneetti guyyaa sagalee laachuu ifoomse
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa naannolee filannoo Waxabajjii 14, 2013 sagaleen itti hin laatamneerratti paartiilee siyaasa dorgoman waalin marii…