Dargaggoota murna ABO Shaneetti makamanii gammoojjii fi bosona keessa socho’aaniif waamicha dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaan dargaggoota murna shororkeessaa ABO Shaneetti makamanii gammoojjii fi bosona keessa socho’aaniif waamicha dhiyeesseera.…