Oduu biyya keessaa Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheerate Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheeraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise. Buufataalee filannoo kuma 41 fi 798 irratti…
Oduu biyya keessaa Doolaarri Ameerikaa kumni dhibbi 1 ol seeraa ala daddabarfamaa ture to’annaa jala oole Obse Wakgari May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Doolaarri Ameerikaa kumni dhibbi 1fi kumni 10 seeraa ala daddabarfamaa ture to’annaa jala ooleera. Hordoffii Komishinii Poolisii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 200 mallateessan Obse Wakgari May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)-Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona 200 (Birrii biiliyoona 8.4) mallateessuu Ministeerri Maallaqaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa FDRI miseensota duulaa olaantummaa seeraa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hogantoota waraanaa olaanoo riifoormii dhaabbatichaa fi miseensota hojii olaantummaa seeraa kabachisuu keessatti shoora…
Ispoortii Priimeyar liigichaan magaalaa Hawaasaa Hadiyyaa Hoosa’iinaan 3 fi 0 injifate Obse Wakgari May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaatin magaalaa Hawaasaa Hadiyyaa Hoosa’iinaan 3 fi 0 injifateera. Hayiddaa Hoosa’iinaan komii miindaa waliin…
Fayyaa Weerarri vaayrasii koroonaa Afrikaatti daraan babal’achuu danda’a – Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Afrikaatti weerarri vaayrasii Koroonaa daraan babal’achuu akka danda’u Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa hubachiiseera. Dhaabbatichi gosti…
Idil Addunyaa Rookkeettin Chaayinaa guddichi Hawwaarraa gara lafaatti ni kufa jedhamee eegama Obse Wakgari May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)-Rookkeettin Chaayinaa guddichi Loong Maarch 5B jedhamu Hawwaarraa ariitiin gara lafaatti dhufaa jiraachuu himameera. Gara lafaatti yeroo kufuu naannoo kam…
Biiznasii Sirna gabaa Albuudaa Ityoophiyaa ammayyeessuuf sanadni walii galtee mallattaa’e Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti sirna gabaa Albuudaa ammayyeessuuf kan dandeessisu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa fi Oomishni Gabaa Ityoophiyaa sanada walii galtee…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen lammiilee deeggarsa barbaadaniif manneen jireenya dabarsan Obse Wakgari May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Yakkatti lammiilee deeggarsa barbaadaan 117f manneen jireenyaa ganda…
Biiznasii Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessaniiru – Dooktar… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessisuu Muummeen Mimistiraa FDRI –Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Bara…