Dooktar Abiy Ahimad Hordooftoota Amantaa Kiristaanaatiif erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Hordooftoota Amantaa Kiristaanaatiif erga baga geessanii dabarsaniiru.…