Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Maarseel Akpoovoon waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti waamamaa…
Idil Addunyaa Hinditti sa’aatii 24 keessatti vaayrasii koroonaan lubbuun namoota kuma 3 fi 293 darbe Sifen Megersa Apr 28, 2021 0 Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoota kuma dhibba 3 fi kuma 60 ol vaayrasii koroonaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma 3 fi 293 darbuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 924 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 924 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 35 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Shugguxiiwwan qaama konkolaataa keessatti dhokfamuun imalaa ture 100 to’atame Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Godina Giddugala Goondar aanaa Taachi Armaacihootti Shugguxiiwwan qaama konkolaataa keessatti dhokfamuun imalaa ture100 to'atamuu Poolisiin beeksiise.…
Ispoortii Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera Obse Wakgari Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera. Tapha har’a gaggeeffameen magaalaa Adaamaa qabxii 2 fi…
Oduu biyya keessaa Qindeessummaa Misiyoonoota Barliinii fi Firaankifartiin proojektoota biyyaalessaaf Birrii… Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Qindeessummaa Misiyoonoota Barliinii fi Firaankifartiin proojektoota biyyaalessaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 41 walitti qabamuu ibsame.…
Biiznasii Jijjiirraa noottii Birrii bu’aa qabeessa ta’e taasiisuu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Jijjiirraa noottii Birrii bu’aa qabeessa ta’e raawwachuu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiseera. Baankichi jijjiirraan noottii Birrii karaa…
Fayyaa Hospitaala waliigalaa Eekkaa Kotobeef deeggarsi meeshaalee Birrii miiliyoona 20tti tilmaamamani… Obse Wakgari Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Manni Maree Chaayinaa Hospitaala waliigalaa Eekkaa Kotobeef deeggarsa meeshaalee yaala garagaraa Birrii miiliyoona 20tti tilmaamaman taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Suuraan uffata seeraa Raayyaa Ittisaa uffatanii dhaabbilee amantaa wayita waaqeeffatan muul’ate… Sifen Megersa Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Uffata seeraa Raayyaa Ittisaa uffachuun dhaabbilee amantaan garaagaraa keessatti wayita waaqeeffatan suuraan muul’atu qulqullaa’ee tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa Baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis Shaashamannee gara Moyaaleetti imalchiifamaa ture to’annaa… Obse Wakgari Apr 27, 2021 0 Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)-Baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis Shaasahamannee gara Moyaaleetti imalchiifamaa ture to’annaa jala ooluu poolisiin godina Geediyoo aanaa Yirgaacaffee…