Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti talaallin Kooviid 19 kennuun egalame Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Moojoo hospitaala sdarkaa jalqaba Moojootti talaalli keennun egalameera. Sirna talaallii kennuu jaqlqabsiisuu kanarraatti Afyaa'iin…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Haramaayaa Koollajjiin Fayyaa fi Saayinsii Wallaansaa barattoota 573 Sagantaalee… Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Haramaayaa Koollajjiin Fayyaa fi Saayinsii Wallaansaa barattoota 573 Sagantaalee garagaraatiin barsiisaa ture eebbisiseera.…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun… Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun hojii eegalsiisaniiru. Eebba kana irratti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti talaallii Covid – 19 kennuun eegalame Sifen Megersa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Talaaalliin COVID-19 Koovaaksi jedhamu Magaalaa Finfinnee fi Bahaar Daaritti kennuun eegalameera. Magaalaa Finfinneetti talaallii jalqabaa hogganaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti ambaasaaddaroota Jaappaanii fi Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti ambaasaaddaroota Jaappaanii fi Kooriyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,361 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 12, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 3,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,361 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 27 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Muummee Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galaniiru. Dooktar Abiy wayita Hawaasaa ga'aan hoggantoonnii fi jiraattoonni…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti oomishni Qamadii jallisii boneen misoome heektaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 30 ol… Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti oomishni Qamadii jallisii boneen misoome heektaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 30 ol sassabamuu kan eegalee yoo ta’u, naannoo Amaaraatti…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Fiinlaand waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Fiinlaand Peekaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi dhaabbilee 42 naga’ee sobaa raabsuun waliin dhahaa turan adda baasuu ibse Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii dhaabbilee 42 naga’ee sobaa raabsuun waliin dhahaa turan adda baasuu beeksisee. Ministeerichi dhaabbilee kunneen baatiwwan 7…