Oduu biyya keessaa Boordichi paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira. Marichi adeemsi filannoo hangaa amma jiruu fi rakkinoota mudatan…
Oduu biyya keessaa Guyyaan galmee waldaalee mana jireenyaa guyyoota dabalataa 10f dheerate Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Guyyaan galmee waldaalee mana jireenyaa guyyoota dabalataa 10f dheerachuu Biiroon Misooma Manneenii fi Bulchiinsaa magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama Tiyaatira Ityoophiyaa waggaa 100ffaan kabajame Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Tiyaatira Ityoophiyaa waggaa 100ffaan sirna ho’aan kabajameera. Sirna kabaja kanarratti Itti aantuu Kaatibaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni 92 Yaman irraa deebi’an Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanonni 92 Yaman irraa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksise. Lammiileen Yamanitti argaman gara biyyaatti akka…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,568 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 13, 2021 0 Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,568 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 22 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Balaa Ibiddaa kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyootti muudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabe Sifen Megersa Apr 13, 2021 0 Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) - Balaa Ibiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyootti muudateen qabeenyi birrii miiliyoona 1 olitti tilmaamamu barbaadaa'uu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa Guddichaarratti marii sadeenii ilaalchisee Ambaasaaddaroota Afrikaa teessoon isaanii… Obse Wakgari Apr 13, 2021 0 Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Hidha Haaromsaa Guddichaarratti marii sadeenii ilaalchisee Ambaasaaddaroota Afrikaa teessoon isaanii Finfinnee taasisaniif ibsi laatameera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 160 Yamanii gara biyya deebi’an Obse Wakgari Apr 13, 2021 0 Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 160 Yamaniirra deeggarsa dhaabbataa baqattootaa idil addunyaatin gara biyyaa deebi’aniiru. Kanneen har’a gara biyya deebi’an keessa…
Ispoortii Faasiil Kanamaan magaalaa Baahir Daar waliin qixa ba’e Obse Wakgari Apr 13, 2021 0 Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan magaalaa Baahir Daar waliin qixa ba’eera. Sa’aatii 10 irratti kan eegalee taphichii…
Oduu biyya keessaa Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen falmii gaggeessuu… Sifen Megersa Apr 13, 2021 0 Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen guyyaa har’aa Falmii jalqabaa gaggeessuu eegalaniiru. Hoggantoonni…